parti iti Anu Hordofuuf Mati kenyati MakamaWan Hanga dhuma dawatanif Galatooma Channel oromo FM Subscribe godha
Oromoo, akkasumas Afaan Oromoo fi Oromiffas ni jedhama, miseensa damee Kuush maatii afaan Afroo-Eshiyaati. Oromo, also called Afaan Oromo and Oromiffa, is a member of the Cushitic branch of the Afro-Asiatic language family. ... Jechoota Gootota Hayyoota Oromoo. December 13, 2017. Galmee Jechootaa. Jechoota Hayyoota Addunyaa. November 4, 2017.
About Press Copyright Contact us Creators Advertise Developers Terms Privacy Policy & Safety How YouTube works Test new features NFL Sunday Ticket Press Copyright ...
Mee arraan tana jechoota hayyootni oromoo dubbatan isiniif dhiheessinaa nu hordofaa.. Waa sadi waan lubbuu qabaatu, waa sadiin lubbuu dhaba:-1. Seenaan waan lubbuu qabaati, yoo gowwatti himan waan lubbuu dhabaati. 2. Gudeedni kormaa waan lubbuu qabaati, masheenatti goreen waan lubbuu dhabaati. 3. Qabeenyi waan lubbuu qabaati, yooniif doyna ...
Jaal #Magarsaa_Barii /Bariisoo Waabee/1942-1980/ qabsaawaa mirgaa Oromoo fi hoogganaa Adda Bilisummaa Oromoo ture.Jaal Magarsaan namoota ABO hundeessan keessa tokko yoo ta’u hoogganaas ture. Seenaa Duubaa Jaal Magarsaa Barii bara 1942 abbaasaa Barii Tufaa fi haadhasaa Caaltuu Tufaarraa Arsii koonyaa Cilaaloo aanaa Leemmuu fi Bilbiloo,Boqqojjii ganda Leemmuu jadhamutti dhalate.Maatiinsaa ...
Get access to Jechoota Wareegamtoota Oromoo and Jechoota Hayyoota Oromoo.Seenaa gabaabaa Gootota, hayyoota, Sabboontota, Artistoota, wareegamtoota, Qabsaa’ot...
AFAAN OROMOO. Jechoota Hayyoota Addunyaa. 1) Namoonni hedduu gorsa yoo fudhataniyyuu,kanneen itti fayyadaman beektota qofa. ... Seenaa Gootota Oromoo 1 - 180521184901. PDF. 86% (22) Seenaa Gootota Oromoo 1 - 180521184901. 32 pages. Siifsiin 2 PDF. PDF. 75% (4) Siifsiin 2 PDF. 20 pages. Seensa Fookloorii. PDF.
Aappii kana keessatti Jechoota Hayyoota Oromoo hedduu argachuu dandeessu. Jecha Hayyoota wareegaman fi kanneen lubbuun jiranii of keessatti kan qabateedha. Akkasuma Jecha Oromootaa fi Jecha Qeerroo Oromoo of keessaa qaba. Dabalataan suuraa Hayyoota wareegamanillee of keessaa qaba. Akka jaalattan abdii qabna.
Seenaa Gootota Oromoo akka hin awwaalamneef dhiibbaa taasisuuf, Dabalataan dhaloonni dhufu seenaa isaa beekee Oromummaa fi sabboonummaa seenaa gootota...
Jechoota hiika qaban lama walitti fiduundhaan jecha hiika qabu tokkoo fi baay’achuu ykn danachuu danda’u uumu, Jecha Tishoo jedhama. Akka seerluga Afaan Oromootti, Jechoota tisheessuun haala lamaan ijaaramuu danda’a. Isaanis: 1. Sarara xiqqaan walitti fiduu(-) Haala kanaan jechootni tisheeffaman jechoota lamaan gidduu sarara xiqqaa ...
Oromoo, akkasumas Afaan Oromoo fi Oromiffas ni jedhama, miseensa damee Kuush maatii afaan Afroo-Eshiyaati. Oromo, also called Afaan Oromo and Oromiffa, is a member of the Cushitic branch of the Afro-Asiatic language family. ... Jechoota Gootota Hayyoota Oromoo. December 13, 2017. Afoola Afaan Oromoo. Jechoota Hayyoota Addunyaa. November 4, 2017 ...
AO GALMEE JECHOOTA [H&F] - Free download as Word Doc (.doc / .docx), PDF File (.pdf), Text File (.txt) or read online for free. This document contains definitions for 195 Oromo words in Afaan Oromo. The words are defined individually and cover topics like parts of the body, family relationships, occupations, animals, plants, weather, and other everyday concepts.
Yoosaad is a website that offers online learning for languages such as Afaan Oromoo, Amharic, English and Chinese. It is also composed of the name of three siblings: Yoobsaan, Beresa and Dirribe. The name has an abstract meaning in Chinese: 优仨迪 (yōu sā dí), which means that three siblings use wisdom and creativity to create a better life
Jechoota Afaan Oromoo - Ciigoo (Sookoo fi Soorgoo) Afaan Oromoo. Waa'ee Idioms Hiijomii jechuun garee jechoota hiika fakkeenyaa kan hiika jechaa jecha dhuunfaa jechoota dhuunfaa irraa adda ta’e qabanidha. Jechoonni yeroo baay’ee afaan guyyaa guyyaa keessatti, kitaabota, fiilmii fi bifa miidiyaa biroo keessatti fayyadamu. Isaanis miira, ilaalcha ykn yaad-rimee tokko ibsuuf itti fayyadamuu ...
푱풆풄풉풐풐풕풂 Gootota Oromoo, Addis Ababa. 1,699 likes · 7 talking about this. Dhiignii Gootota keenyaa nuuf yaa ta'u bilisumaa ummaata keenyaa
The aim of the program is to improving the mental health and well-being of Oromo community in Victoria. It aims to assist those experiencing, mental ill-health, their families and carers of all ages within this community to address the social determinants of mental health for Oromo community. It helps: Identify and build protective factors,