%PDF-1.5 %µµµµ 1 0 obj >>> endobj 2 0 obj > endobj 3 0 obj >/ProcSet[/PDF/Text/ImageB/ImageC/ImageI] >>/MediaBox[ 0 0 612 792] /Contents 4 0 R/Group >/Tabs/S ...
jechoota saayinsii, galmee jechoota seeraafi galmee jechoota fayyaati. Hiika galmee jechootaaf kennaman kan armaan olii irraa wanti hubatamu: galmeen jechootaa jechoota afaan tokko keessa jiraniif kan hiika kennuufi galmeen jechootaa dhimma adda addaa irratti hundaa‟uun kan qophaa‟u ta‟uu isaati. Walumaagalatti, galmeen jechootaa,
2. Hiika Dubbii: Hiikni dubbii kun hiika sirrirratti kan rarra’e fi kan muuxannoo hawaasicha fayyadamuu wajjiin deemudha. Fkn: Leenca – Jabaa jchuudha Waraabessa – Kan Garaa jaalatu jechuudha. 3. Hiika Galumsaa/ bakka galamaa: Kunimmoo yeroo jechootni himoota adda addaatti galuudhaan hiika adda addaa qabaatani kan uumamuudha.
HIIka jechoota Kitaaba Kuusaa Walaloo Wulwullee keessatti argamanii by ahmed-690552 in Taxonomy_v4 > Language Arts & Discipline. ... Download as DOCX, PDF, TXT or read online on Scribd. Download now Download. Save Hiika Jechootaa(2) For Later. Download.
Hiika Jechoota Afaan Oromoo Kutaa 10 Barsiisuu Keessatti: Manneen Barnootaa Sadi Godina Shawaa Kaabaatti Xiyyeeffachuun jedhurratti qophaa’ee sadarkaa ulaagaa yuunivarsiitiin kaa’e guuteera. Koree Qormaataa Qoraa Alaa Mallattoo Guyyaa Qoraa Keessaa Mallattoo Guyyaa ...
dandeettiin hiika jechoota afaan tokkoo beekuu baay‟ee murteessaafi barbaachisaadha yommuu jedhamu, hiika jechootaa irratti hanqinni yoo jiraate waan ibsachuu barbaadan tokkorratti shakkii nama keessatti uuma. Namni hariiroo jechoonni waliin qaban hubate akkasumas, dandeettii hiika jechootaa gahaa qabu nama beekumsa hiika jechootaa gahaa ...
Almaaz Biyyanaa.pdf (1.47 MB) Date. 2018-08. Authors. Biyyanaa, Almaaz . Journal Title. Journal ISSN. Volume Title. Publisher. Addis Ababa University. Abstract. ... jechoota hiika heedduu qabaniif hiika muraasa qofa kennuun darbuu, haallii dhiyaannaa fufaa darbaa hanqina qabaachuu, jechoota garee jechootaatti ramaduu irraa kan hafe odeeffannoon ...
iii YUUNIVARSIITII HARAMAAYAA DAARIKTOOREETII SAGANTAA BARNOOT DIGIRII DURAAN BOODAA Uunka Madaallii Waraqaa Qorannoo Waraqaa qorannoo barataa‗Mul’ataa Bareechaa Bayyanaa, mata duree ―XiinxalaTooftaalee Hiika Jechootaa Barsiisuu; Barnoota Afaan Oromoo Kitaaba Barataa Kutaa 11ffaa‖ jedhurratti gaggeessummaa koo jalatti hojjechaa ture dubbisee madaaleera.
xiinxala dhiyaannaa unka fi hiika jechoota saayinsawaa barnoota fiiziksii kitaaba barataa kutaalee 7 fi 8 qorataan: ambisaa leggesee margaa waraqaa qorannoo digirii lammaffaa (ma) guuttachuuf qophaa‟ee, yuunivarsiitii jimmaa, kolleejjii saayinsii hawaasaa fi huumaaniitii,
Jechoota Hayyoota Addunyaa 1) Namoonni hedduu gorsa yoo fudhataniyyuu,kanneen itti fayyadaman beektota qofa.(Thomas Takias) 2) sababa teessee ilaaltuuf namoonni gurguddoo sitti fakkaatu. Kanaafuu ka'i. (Jecha warra Ingilizii) 3) Ifa arguuf dukkana halkanii dabarsuun dirqama.(wiiliyaam sheekispir) 4) Kaleessaaf gaabbuu fi boruuf dhiphachuun ...
hiika jechootaa addaan baasee ka’uufi shaakala hojii keessatti akaakuwwan hariiroo hiika jechoota hunda hirmaachisuu dhiisuudha. Dhiyeessii fayyadama jechootaa keessatti hiika jechootaa galumsaarratti hundaa’e dubbisa keessatti baay’inaan dhiyeessuu dhabuufi jechoota waliin deeman sirnaan dhiyeessuu dhabuudha.
Hiika Jechootaa. Argama: Iddoo bakki tokko lafa irra jiru yookaan bakka wanti tokko itti argamu. Anniisaa: Dandeettii waa hojjachuu (tolchuu) ti. Aanaa: Kutaa bulchiinsa biyyaa kan gandoota baay’ina qaban hammatee dha. Dhiibbaa: Haala adeemsa taatee tokkoo too’achuu. Ga’eessa: Nama qaamaa fi sammuun guutummaan guddate yokiin jabaate.
Boqonnaa 15: Faaya Mormaa 135 7. liqiidhaan 8. harkaan qabdee 9. qarshii yeroo murtaa’e booda namaa deebi’u 10. barreedduu Gilgaala 3: Shaakala Dubbisuun Boodaa Yaada barattootaa harkaa fuudhi. Barannoo 2: Jechoota Waliin Deeman Beekumsi namni tokko jechoota ilaachisee qabu karaa adda addaattiin xiinxalamuu danda’a. Hiika jechootaa, akka jarri ittiin sagaleessamanu, qubeeffamanu, hiika ...
Akkasumas, jechoota afaanichaa ammoo afaanichumaatti hiikuun isa lammataati. Akkuman dura ibse, namootni hedduun hiika jecha afaan oromoo gara afaan oromootti akka hiikamu heddu ni fedhu, kanaaf kitaaba maxxansuun dabalatatti website/marsariitii irratti hiika jechootaa/dictionary ol kaa’uun baay’ee barbaachisaadha.
Jechoota hiika qaban lama walitti fiduundhaan jecha hiika qabu tokkoo fi baay’achuu ykn danachuu danda’u uumu, Jecha Tishoo jedhama. Akka seerluga Afaan Oromootti, Jechoota tisheessuun haala lamaan ijaaramuu danda’a. Isaanis: 1. Sarara xiqqaan walitti fiduu(-) Haala kanaan jechootni tisheeffaman jechoota lamaan gidduu sarara xiqqaa ...
Jechoota Hiika Faallaa Qaban Enkarta (2009) jechoota hiika faallaa yoo ibsu, ''words with opposite meaning, a word that means the opposite of another word.'' jedhee hiika. Yaanni kun kan ibsu, jechoota hiikaa isaanitiin jechoota biroo waliin faallaa ta'an kan qabanii yoota'an hiika irratti garaagarummaa addaa adduummaa fiduun ergaa barreeffama ...
Galmee Jechoota Afaan Oromoo - Free download as PDF File (.pdf), Text File (.txt) or read online for free. Afaan oromoo. Afaan oromoo. Open navigation menu. Close suggestions Search Search. ... meaning, translation hiika, hiikkaa. meanwhile, meantime gidduutti, achumann, hangasitii. measurement bikkooma. meat foon ...
HIIKA JECHOOTAAFI JECHAMOOTAA. Dubbistootni Kitaaba kuusa wolaloo Wulwullee maxxansa duraa dubbistan baa'een keessan jechootni kitaaba keessa jiraniif osoo hiikni jechootaa afaan wal-tawaadhaan ibsamee, kutaa Oromiyaa biroottis baramanii guddina Afaan Oromoof akka gumaachan, yaada ijaaraa fi bilchaataa naaf qooduu keessaniif Galatoomaa! Naaf Jiraadhaa! Isiniin jechuun barbaa
Xalaq– hiika. Taqiyyaa– Musliimonnigidiraa jalaa ba’uuf dhugaa akka ganan barsiisa Islaamummaa hayyamu. Kunis Islaamummaa babal’isuuf jecha soba sobamu yookin hojii gowwoomsaa of keessatti qabata. Taasbih– callee (dooqa) lakkaawwii. Tawraat– Tooraah, seerota Muusee yookin kitaabota shanan Kakuu Moofaa