%PDF-1.5 %µµµµ 1 0 obj >>> endobj 2 0 obj > endobj 3 0 obj >/ProcSet[/PDF/Text/ImageB/ImageC/ImageI] >>/MediaBox[ 0 0 612 792] /Contents 4 0 R/Group >/Tabs/S ...
jechoota hiika walfakkii isaaniitiin firoomsita; jechoota saglaee laafaafi jabaa qabaniin hima ijaarta; garee jechoota Afaan Oromoo adda baafta. Barannoo 1: Dhaggeeffachuu Gilgaala 1 Dubbisa siif dhiyaatu dhaggeeffachuun dura gaaffiilee asii gadii gareedhaan mari’adhaatii afaaniin dareef ibsi. 1.
iii YUUNIVARSIITII HARAMAAYAA DAARIKTOOREETII SAGANTAA BARNOOT DIGIRII DURAAN BOODAA Uunka Madaallii Waraqaa Qorannoo Waraqaa qorannoo barataa‗Mul’ataa Bareechaa Bayyanaa, mata duree ―XiinxalaTooftaalee Hiika Jechootaa Barsiisuu; Barnoota Afaan Oromoo Kitaaba Barataa Kutaa 11ffaa‖ jedhurratti gaggeessummaa koo jalatti hojjechaa ture dubbisee madaaleera.
HIIka jechoota Kitaaba Kuusaa Walaloo Wulwullee keessatti argamanii by ahmed-690552 in Taxonomy_v4 > Language Arts & Discipline. ... Jechootni kunneen baduun ammoo guddina Afaan Oromoo irratti dhiibbaa guddaa akka geessisuu danda'u beekamaadha. ... Qaaccessa Yoomessaafi Qabiyyeewwan Faaruu Loonii Saba Oromoo PDF. PDF. 71% (7)
Afaan Oromoo Qajeelcha Barsiistotaa Kutaa 8 Barreessitoota Gosaa Buraayyuu Tsahaay Baay’isaa Gulaaltota Abaadir Abraahim Taaddasaa Deettii Madaaltota ... gaaffii kana jalatti barattoonni hiika jechoota kennamanii tilmaamu. a. Malkaa: lafa bishaan keessa ciisu yookaan yaa’u b. Tulluu: lafa ol ka’aa, tabba, gaara
Akkasumas,Rakkoon barattoota baayyee manneen barnoota kanaa harki caalu rakkoo gahumsa hiika jechoota A/ Ingilizii ta’uun ragaa sassaabame irraa waan hubatameef, barsiisonni Afaan Ingilizii manneen barnoota kanaa rakkoo gama kanaa furuuf,cimsanii irratti hojjachuu qabu.Kanamalees,barsiisonni kun, barattoonni manneen barnoota kanaa G ...
hariiroo hiika jechoota hunda hirmaachisuu dhiisuudha. Dhiyeessii fayyadama jechootaa keessatti hiika jechootaa galumsaarratti hundaa’e dubbisa keessatti baay’inaan dhiyeessuu dhabuufi jechoota waliin deeman sirnaan dhiyeessuu dhabuudha. Dhuma irratti,silabasiin barnoota Afaan Oromoo qophaa’e hanqina qabaachuun isaati.
Boqonnaa 15: Faaya Mormaa 135 7. liqiidhaan 8. harkaan qabdee 9. qarshii yeroo murtaa’e booda namaa deebi’u 10. barreedduu Gilgaala 3: Shaakala Dubbisuun Boodaa Yaada barattootaa harkaa fuudhi. Barannoo 2: Jechoota Waliin Deeman Beekumsi namni tokko jechoota ilaachisee qabu karaa adda addaattiin xiinxalamuu danda’a. Hiika jechootaa, akka jarri ittiin sagaleessamanu, qubeeffamanu, hiika ...
Jechoota Afaan Oromoo - Ciigoo (Sookoo fi Soorgoo) Afaan Oromoo. Waa'ee Idioms Hiijomii jechuun garee jechoota hiika fakkeenyaa kan hiika jechaa jecha dhuunfaa jechoota dhuunfaa irraa adda ta’e qabanidha. Jechoonni yeroo baay’ee afaan guyyaa guyyaa keessatti, kitaabota, fiilmii fi bifa miidiyaa biroo keessatti fayyadamu. Isaanis miira, ilaalcha ykn yaad-rimee tokko ibsuuf itti fayyadamuu ...
Kaayyoo gooroon qorannoo kanaa, dhiyaannaa hiika jechootaa Afaan Oromoo: xiyyeeffannoo kitaaba barataa kutaa 9fi kitaaba wabii „ Furtuu seerluga Afaan Oromoo‟ ibsuudha.Galma ga‟iinsa kaayyoo kanaaf, gosni qorannoo ibsaa/addeessaafi malli qorannoo makoo hojiirra oolaniiru.
Galmee Jechoota Afaan Oromoo - Free download as PDF File (.pdf), Text File (.txt) or read online for free. Afaan oromoo. Afaan oromoo. Open navigation menu. Close suggestions Search Search. ... meaning, translation hiika, hiikkaa. meanwhile, meantime gidduutti, achumann, hangasitii. measurement bikkooma. meat foon ...
XIINXALA DHIYAANNAA UNKA FI HIIKA JECHOOTA SAAYINSAWAA BARNOOTA FIIZIKSII KITAABA BARATAA KUTAALEE 7 fi 8 QORATAAN: AMBISAA LEGGESEE MARGAA ... barnoota fiiziksii kutaa 7 fi 8 keessatti argamanu seera uumamsa jechoota Afaan Oromoo: ergisaa 284, uumuu 22, madaqsuu 19, suphuu 5, yaasaa 26,makaa 44, diigalaa 43 fi ...
Hiika Jechootaa. Argama: Iddoo bakki tokko lafa irra jiru yookaan bakka wanti tokko itti argamu. Anniisaa: Dandeettii waa hojjachuu (tolchuu) ti. Aanaa: Kutaa bulchiinsa biyyaa kan gandoota baay’ina qaban hammatee dha. Dhiibbaa: Haala adeemsa taatee tokkoo too’achuu. Ga’eessa: Nama qaamaa fi sammuun guutummaan guddate yokiin jabaate.
HIIKA JECHOOTAAFI JECHAMOOTAA. Dubbistootni Kitaaba kuusa wolaloo Wulwullee maxxansa duraa dubbistan baa'een keessan jechootni kitaaba keessa jiraniif osoo hiikni jechootaa afaan wal-tawaadhaan ibsamee, kutaa Oromiyaa biroottis baramanii guddina Afaan Oromoof akka gumaachan, yaada ijaaraa fi bilchaataa naaf qooduu keessaniif Galatoomaa! Naaf Jiraadhaa! Isiniin jechuun barbaa
Kaayyoon qorannoo kanaa dhiyaannaa hiika jechootaa baranoota Afaan Oromoo kitaaba barataa kutaa 12ffaa bara 2005 maxxanfame xiinxaluudha. Galma ga'insa kaayyichaatiif kitaabni barataa xiinxalamee jira. ... hiika jechoota sirnaan, qixa sirrii ta‟e . 2 keessatti yoo fayyadame malee, ergaa dabarsachuu barbaade dabarsachuu hin danda‟amu
hiika faallaa jechootaa barnoota afaan oromoo kutaa 11fi 12 abrahaam olaanaa gorsaan: dr. amaanu’eel alamaayoo waraqaa qoronnoo digirii lammaaffaa (ma) afaan oromoofi ogbarruu barsiisuun gamisaan guuttachuuf muummee afaan oromoo, ogbarruufi fookilooriif dhihaate yuunivarsiitii addis ababaa koollejjii namoomaa, qorannoo afaanii,
AO GALMEE JECHOOTA [H&F] - Free download as Word Doc (.doc / .docx), PDF File (.pdf), Text File (.txt) or read online for free. This document contains definitions for 195 Oromo words in Afaan Oromo. The words are defined individually and cover topics like parts of the body, family relationships, occupations, animals, plants, weather, and other everyday concepts.