Subscribe to our youtube channel to get more
Jaal #Magarsaa_Barii /Bariisoo Waabee/1942-1980/ qabsaawaa mirgaa Oromoo fi hoogganaa Adda Bilisummaa Oromoo ture.Jaal Magarsaan namoota ABO hundeessan keessa tokko yoo ta’u hoogganaas ture. Seenaa Duubaa Jaal Magarsaa Barii bara 1942 abbaasaa Barii Tufaa fi haadhasaa Caaltuu Tufaarraa Arsii koonyaa Cilaaloo aanaa Leemmuu fi Bilbiloo,Boqqojjii ganda Leemmuu jadhamutti dhalate.Maatiinsaa ...
Qubee afaanichaaf ta’u uumuu ykn madaqsuufi jechoota yaadrimeewwan bakka bu’an moggaasuun bakka itti gaggeeffamudha. 2.2 Fudhatama Horachiisuu (Harmonization): Hojiiwwan hojjetaman fudhatama horachiisuu irratti xiyyeeffata. Qubeewwan, jechoonniifi caasaaleen qophaa’an fudhatama akka argataniif hojjechuudha. 2.3 Kunuunsuu (Caltivation):
Mee arraan tana jechoota hayyootni oromoo dubbatan isiniif dhiheessinaa nu hordofaa.. Waa sadi waan lubbuu qabaatu, waa sadiin lubbuu dhaba:-1. Seenaan waan lubbuu qabaati, yoo gowwatti himan waan lubbuu dhabaati. 2. Gudeedni kormaa waan lubbuu qabaati, masheenatti goreen waan lubbuu dhabaati. 3.
Aappii kana keessatti Jechoota Hayyoota Oromoo hedduu argachuu dandeessu. Jecha Hayyoota wareegaman fi kanneen lubbuun jiranii of keessatti kan qabateedha. Akkasuma Jecha Oromootaa fi Jecha Qeerroo Oromoo of keessaa qaba. Dabalataan suuraa Hayyoota wareegamanillee of keessaa qaba. Akka jaalattan abdii qabna.
Goototni biyyaa fi Ummata isaaniitiif Ulfinaa fi Gaachana. Waan taheefis Sabootnii fi biyyootni hundumtuu Gootota isaaniitiif kabajaa ol’aanaa kennu. Guyyaa Goototaa jechuudhaanis Gootota seenaa isaanii keessatti waan jajjabduu dalaganiifii dabran guyyaa itti yaadatan guyyaa beekamaa Sabootni/biyyootni adda addaa ni qabu.
Fuulota ramaddii "Jechoota Afaan Oromoo" jala jiran. Ramaddiin kun fuula armaan gadii qofa qaba. H. Halluu; Fuulli kun dhumarratti kan gulaalame guyyaa 26 Caamsaa 2024, sa'aa 16:52 irratti. Barreeffamichi kan argamu Eeyyama amala waliiqoodu wantootaa jalatti; dabalataan haalli itti ...
AO GALMEE JECHOOTA [H&F] - Free download as Word Doc (.doc / .docx), PDF File (.pdf), Text File (.txt) or read online for free. This document contains definitions for 195 Oromo words in Afaan Oromo. The words are defined individually and cover topics like parts of the body, family relationships, occupations, animals, plants, weather, and other everyday concepts.
Oromoo, akkasumas Afaan Oromoo fi Oromiffas ni jedhama, miseensa damee Kuush maatii afaan Afroo-Eshiyaati. Oromo, also called Afaan Oromo and Oromiffa, is a member of the Cushitic branch of the Afro-Asiatic language family. Afaan Oromoo Barachuu Barbaadduu, Afaan Oromoo Jaalattuu? Koottaa walwajjiin barree wal barsiifnaa , Hawaasni Oromoo fi Jaalattoonni Afaan Kanaa iddoma jiran taa'anii Afaan ...
Seenaa Gootota Oromoo akka hin awwaalamneef dhiibbaa taasisuuf, Dabalataan dhaloonni dhufu seenaa isaa beekee Oromummaa fi sabboonummaa seenaa gootota...
Oromoo, akkasumas Afaan Oromoo fi Oromiffas ni jedhama, miseensa damee Kuush maatii afaan Afroo-Eshiyaati. Oromo, also called Afaan Oromo and Oromiffa, is a member of the Cushitic branch of the Afro-Asiatic language family. Afaan Oromoo Barachuu Barbaadduu, Afaan Oromoo Jaalattuu? Koottaa walwajjiin barree wal barsiifnaa , Hawaasni Oromoo fi Jaalattoonni Afaan Kanaa iddoma jiran taa'anii Afaan ...
Jechoota Afaan Oromoo - Ciigoo (Sookoo fi Soorgoo) Afaan Oromoo. Waa'ee Idioms Hiijomii jechuun garee jechoota hiika fakkeenyaa kan hiika jechaa jecha dhuunfaa jechoota dhuunfaa irraa adda ta’e qabanidha. Jechoonni yeroo baay’ee afaan guyyaa guyyaa keessatti, kitaabota, fiilmii fi bifa miidiyaa biroo keessatti fayyadamu. Isaanis miira, ilaalcha ykn yaad-rimee tokko ibsuuf itti fayyadamuu ...
Jechoota hiika qaban lama walitti fiduundhaan jecha hiika qabu tokkoo fi baay’achuu ykn danachuu danda’u uumu, Jecha Tishoo jedhama. Akka seerluga Afaan Oromootti, Jechoota tisheessuun haala lamaan ijaaramuu danda’a. Isaanis: 1. Sarara xiqqaan walitti fiduu(-) Haala kanaan jechootni tisheeffaman jechoota lamaan gidduu sarara xiqqaa ...
Softonic review. Jechoota Hayyoota Oromoo: An App for Sharing Oromo Culture and Lifestyle. Jechoota Hayyoota Oromoo is a lifestyle app developed by OromNet Software and Application Development.It is available for free on the Android platform. The app aims to promote Oromo culture and lifestyle by providing users with a platform to share their favorite content on social media platforms like ...
Jechoota Hayyoota Addunyaa. 1) Namoonni hedduu gorsa yoo fudhataniyyuu,kanneen itti fayyadaman beektota qofa.(Thomas Takias) 2) sababa teessee ilaaltuuf namoonni gurguddoo sitti fakkaatu. Kanaafuu ka’i. ... Afan Oromo G 9 - 073915. 116 pages. Calaqee Seenaa WALALOO. PDF. 100% (1) Calaqee Seenaa WALALOO. 129 pages. Qorannoo. PDF. 100% (4)
Jan. Taaddasaa Birruu. Bakka Dhalootaa. Guyya Ajjeessafame. Bakka itti due: